Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti tibbana hidhattoonni Waraana Bilisummaa Oromoo hedduu meeshaa isaanii hiikkachuun mootummaatti harka kennachuu bulchaan Godinichaa BBCtti himan. Godinichatti ji'a ...
Bara 2022 gabaa telekoomiifi daddabrsa maallaqa dijitaalaa Itopohiyaatti kan makame kaamapaniin Keeniyaa Safaricom maamiltoota miliyonaan horatus galii argachuu akka hin dandeenye gabaasni Baankii ...
Mootummaan Itoophiyaa Eertiraafi Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigraay (TPLF) waliin Itoophiyaarratti waraana banuufi jechuun UNtti himate. Xalayaa Ministeera Haajaa Alaa Itoophiyaarraa barraa'e jedhame ...
Pirojektiin misooma koriidarii jiraattonniiifi daldaltoonni "kuma kudhaniin lakkaa'aman" akeekkachiisa muraasa gahaa malee akka ari'aman taasise "fedhii abbootiin qabeenyaa misooma invastimantiiratti ...
Wayinii Ruuniin Maanchister Yuunaayitid keessaa amma lubbuun baateetti jechuun leenjisaa Ruuben Amoorim irraa amantaa hin qabu jedhe. Sagantaa Poodkastii BBC irratti taphataan Maanchister ...
Karoora Gaazaatti waraana dhaabuun nagaa buusuu Tiraamp ifa godhe gaggeessitoonni biyyoota Awurooppaafi Baha Giddu Galeessaa simatan. Karoorri Tiraampii fi Netaaniyaahuu waliin irratti walii galan kun ...
Reechel jaalalleeshee qabdoo waliin taa'aa(date) turte garee hiriyootaa kaan wajjin arguun dura dubbii waliin qaban qulleessuu barbaadde. ''Ani ChatGPT hojii barbaaduufan fayyadama garuu namni biraa ...
Saayintistoonni Ameerikaa miciree dhala namaa sadarakaa jalqabaarra jiru DNA seelii gogaa namaarraa fudhatame isparmii waliin makuun tolchan. Malli kuni seelii qaama namaa kamirraayyuu fudhatame ...
Itoophiyaan hordoffiifi to'annoo qorichaarratti taasifteen sadarkaa gahumsaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO ) 'Maturity Level 3' (ML3) jedhamu milkeessuun qaamota garagaraa dhimmi ilaallatuun ...
Waraanni Gaazaa dhaabatee nagaan akka bu'uuf karoorri nagaa Tiraamp dhiyeesse fedhii Israa'el malee "fedhii uummata Filisxeem kan hin kabajneedha" jechuun qondaalli Hamaas tokko BBCtti himan. Hamaas ...
Morkiin Shaampiyonsi Liigii Awurooppaa marroon lammataa Kibxataafi Roobii edaa gaggeeffamaniiru. Morkii Kamisa galgala godhaman keessaa morkiin shaampiyoona bara darbee PSG fi Baarseloonaa walitti ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results